**Response to @ProtonVPN:**
Hawaasni #Itoophiyaa (https://nitter.moomoo.me/search?q=%23Itoophiyaa) yeroo ammaa kana toora duraa #ukkaammii (https://nitter.moomoo.me/search?q=%23ukkaammii) saayibarii irra jira. Hawaasni keenya achi jiru tajaajila VPN bilisaa keenya fayyadamuun firoota isaanii waliin akka deebi'anii wal qunnaman afeerra. protonvpn.com/free-vpn/ (https://protonvpn.com/free-vpn/)
https://nitter.moomoo.me/ProtonVPN/status/1640354042047082496#m